header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Aalimni Guddaan biyya Keenyaa Sheikh Muhammad Aadam Wolloo gara ganda Akhiraa godaanan

Innaa Lillaahi Wa’innaa Ileeyhi Raaji’uun


Sheikh Muhammad Aadam Wolloo yeroo dheeraaf Masjidal-Haram keessati barnootaa diinii barsiisaa kan turan yoo tahan, Kitaabota diinii heddu katabuun aalima guutuu addunya keessatti kabajaaafi beekamtii horatan tahuun ni beekama.

Kitaabotaa isaanii jidduu Ibsi/sharhiin Sunanu-Nasaa’ii jaldii 40 qabu hedduu beekamaadha.

Aalimni keenna guddaan yeroo dheeraaf dhukkubsatanii kan waldhaanamaa turan yoo tahan, har’a biyya Sa’uudii keessatti aakhiraman.

16 Comments

  1. اللهم اغفر له وارحمه وأدخله جناتك يا رب🤲😭

  2. innaa lillahii wooinnaa illeyi raajiu.uun rabbi rahamata haa godhufii ahalii issanii hundaa sabrii haa kenufii 😭😭😭☝️🤲🤲🤲🤲

  3. السلام عليكم ورحمة الله وبركاته إنا لله وإنا إليه راجعون اللهم اغفر الهم ورحمحوم اللهم افتح لهم جنة الفردوس لأعلى

  4. عسلمليكم ورحمة الله وبركاته أللهم سابيتاهو إندا سوعلل مالإخاتين

  5. إ ن الله إ نا اليه راجعون اللهم غفر له وارحمه وعافه وعف عنه ورفع درجته في عليين

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button