header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Akhlaaqa

Namni Rabbiin isa jaalate dachii fi samittis jaalalatu labsamaaf

Namni Rabbiin isa jaalate dachii fi samittis jaalalatu labsamaaf. Kan Rabbi biratti jibbames akkasuma.

Hadiisa Abuu Hureyraan odeesse keessatti Nabiyyiin ((SAW)) akkana jedhan: “Rabbiin ol ta’e yeroo gabricha tokko jaalate, Jibriiliin waameeti ‘ani abaluun nin jaaladha atis jaaladhu’ jedha. Jibriil isa jaalata. Egasii samii keessatti lallabee ‘Rabbi abaluun ni jaalataa isinis isa jaaladhaa’ jedha. Warri samiis isa jaalata. Egasii qeebaltiin/fudhatama argachuun dachii keessa isaaf godhama. Ammas Rabbiin yeroo gabricha wahii jibbe, Jibriiliin waamee ‘ani abaluun jibbeera atis isa jibbi’ jedha. Jibriilis isa jibba. Egasii warra samii keessaatti lallabee ‘Rabbi abaluun jibbeera isinis isa jibbaa’ jedha. Egasii jibbaan isaa dachii keessa kaa’ama.” Bukhaarii fi Muslimtu gabaasan.

عن ïƒï‘ﻲ ﻫï®ï»³ï®ï“ ØŒ ﻋﻦ ïï»Ÿï»¨ï’ﻲ (SAW) ï»—ïŽï»: “« ï‡ï»¥ ïï»Ÿï» ï»ª ï—ﻌïŽï»Ÿï»° ï‡ï«ï ïƒï£ï ﻋï’ïªï ï©ï»‹ïŽ ïŸï’ï®ï»³ï»žØŒ ﻓﻘïŽï»: ï‡ï»§ï»² ïƒï£ï ï»“ï»¼ï»§ïŽ ï»“ï„ï£ï’ï’ﻪ، ﻓﻴï¤ï’ﻪ ïŸï’ï®ï»³ï»žØŒ ï›ï»¢ ﻳﻨïŽï©ï»± ﻓﻲ ïï»Ÿï´ï»¤ïŽï€ØŒ ﻓﻴﻘﻮï»: ï‡ï»¥ ïï»Ÿï» ï»ª ﻳï¤ï ï»“ï»¼ï»§ïŽ ï»“ï„ï£ï’ﻮﻩ، ﻓﻴï¤ï’ﻪ ïƒï»«ï»ž ïï»Ÿï´ï»¤ïŽï€ØŒ ï›ï»¢ ﻳﻮï¿ï»Š ﻟﻪ ïï»Ÿï»˜ï’ï»®ï»ï»“ﻲ ïï»·ï­ï½ØŒ ï»­ï‡ï«ï ïƒï‘ï»ï¾ ï»‹ï’ïªï ï©ï»‹ïŽ ïŸï’ï®ï»³ï»žØŒ ﻓﻴﻘﻮï»: ï‡ï»§ï»² ïƒï‘ï»ï¾ ï»“ï»¼ï»§ïŽ ï»“ï„ï‘ﻐﻀﻪ . ﻓﻴï’ﻐﻀﻪ ïŸï’ï®ï»³ï»žØŒ ï›ï»¢ ﻳﻨïŽï©ï»± ﻓﻲ ïƒï»«ï»ž ïï»Ÿï´ï»¤ïŽï€ : ï‡ï»¥ ïï»Ÿï» ï»ª ﻳï’ï»ï¾ ï»“ï»¼ï»§ïŽ ï»“ï„ï‘ﻐﻀﻮﻩ، ï›ï»¢ ï—ï»®ï¿ï»Š له ïï»Ÿï’ﻐﻀïŽï€ ﻓﻲ ïï»·ï­ï½.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button