header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Yaa’iin idilee Majlisa Godina Arsii milkiin goolabame

 Yaa’iin idilee 4ffaan majlisa godina Arsii guyyaa lamaaf Fulbaana 15-16/2014 geggeeffamaa ture milkiin goolabamuu gabaafame.

Sagantaa kana irratti perezdaantii Majlisa Oromiyaa Shek Hajjii Ibraahiimii fi Hoggansa Boordii irraa Barsiisaa Badiruu Mahammad kan irratti argaman yoo ta’u,  miseensoonni mana marii ulamaa’ii fi hogganttootni boordii aanaa Godina Arsii  hundi irratti argamuun qooda fudhachuu Odeeyfannoon ni addeessa.

 Yaa’ii kana irratti gabaasa bara 2013 fi karoora bara 2014 maree bal’aa irratti erga geggeessanii booda mirkaneeffatanii jiru.

Dhuma irratti aanaalee raawwi hojii bara 2013 fakkeenyummaa gaariin raawwataniif badhaasni waraqaan galataa kan keenname yoo ta’u,  Namoota dhuunfaan dalagaa gaarii raawwaraniif badhaasni kennamee jira.

 

 

 

 

8 Comments

  1. Asala mualeykum Warahamatulayii wabarakatuhu masha Alhaa wly Sagantan tesan baye namatii Tolaa jabadha ✅✅✅

  2. Asalamaleyiku woramatulahii wobarakatuu Allahmdulilla Suma Allahmdulilla galani kan Rabbi Guddati Jan hdhan nuga’ee Qopesitota Saganta kana Galatomaa isinin jedhaa Saganta kesan Baye nugamachisee

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button