header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

“‹”‹”‹”‹Aalimni guddaan biyya Keenyaa Sheekh Dr, Abdulshakuur Muhammad gara ganda Aakiratti godaanan

Ardii Afrikaatti yeroo jalqabaatiif beekumsa Shari’aatiin sadarkaa Doktorummaa kan argatan, Aalimni guddaan biyya Keenyaa Dr Abdulshakuur Muhammad, dhukkubsatanii kan walaanamaa turan yoo tahu, guyyaa har’aa magaalaa Kabajamtuu Makkaatti gara ganda Aakhiraatti godaanuu dhagahame. 
Dr Abdulshakuur Muhammad waggaa 20 oliif Yuunivarsitii Umul Quraatti barsiisanii turan, Akkasumas Dhaabilee qorannoo Islaamaa garagaraatis beekumsa isaaniin tajajilaa turaniiru.

Sheekh keenya Rabbiin Jannataan haa qananiisu. Maatii fi Ahlii isaanii, akkasumas hawaasa muslimaa isaan dhabe hundaaf jajjabina hawwina.

3 Comments

  1. Rabbiin jannatal firdoysiin isin haa qananiisuu Ollaaa nabi muhammad salallahu aleh wasallam isin haa godhu isiniifis Rabbi Rahmata isinii haa godhu

  2. sheekkaa kenyaa rabbiin worraa jannataa isaan haa godhuu maati isanitif jajabinaa hawwinaa duttii mana kenyaaa 😭😭😭

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button