header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

“‹”‹Hawaasni magaalaa Awwadaay miidiyaa Nuuralhudaatiif tumsa godhe.

Magaalaa wiirtuu daldala Oromiyaa tan taate Awwadaayitti guyyaa arraa sagantaan eybaafi tumsa miidiyaa Nuuralhudaa hala oowwaan geggeeffame.

Sagantaa tana irratti Ulamaa’otaafi keysummoonni bakka gara garaa irraa afeeraman argamanii jiran.

Akkasuma hawaasni Muslimaa magaalaa Awwadaay lakkoofsaan hedduu tahe galma Bulchiinsa magaalattii guutuun sagantaa irratti hirmaatu beekame.

Hawaasni magaalaa Awwadaay miidiyaa isaatiif deggarsa gaarii kan godhe yoo tahu, fuulduraafis miidiyaa kana guddisuuf qophii tahuu ibse.

#Awwadaay #Ebba_Nuuralhudaa

5 Comments

  1. as wr wb akkam jirtu nageenyi badhaadha alhamdulillah rabbil-aalamiin shukriin rabbii kiyyaaf haa tahuu radiyoo kana argachu kootif

    ittii aansudhaa akkaata ittii fayyaadama isaa akkamitti akkaa barnoota irraa argadhu osoo natti himtani isiinin jedha yoo risaalan tiyya tun isi gesse.

  2. intr nashinal banki oromiyaa
    magala Awadaya Lakofsi herregaa
    guyyaa dhengadda nuf himan sirrii mitii

  3. dhifama wajjiin gafin qaba
    gafin kiyyaas
    …akkaawntiin Banki oromiya sirriimitii naan je’anii hojattonnibankii

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button