header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

“‹”‹Konfiransiin Islaamaa guddaan Magaalaa Asaalaatti geggeeffamaa jira

Konfiransiin kun hawaasa muslima magaalaa Assallaatiin kan qophaa’e yoo tahu, ulamaa’onni fi dargaggoonni godinaalee Oromiyaa gara garaa irra affeeraman irratti hirmataa jiran.

Kayyoon Konfiransii kanaa:
1. Haallii daa’waa Oromiyaa keessa maal akka fakkaatu
2. Jaarmaya Tokkummaa Islaamaa Oromiyaa dhiheenya hundaa’e ulaagaalee seeraa guutuun tokkummaan Islaamaa akka cimuuf hojjachuu
3. Rakkoowwan gola Oromiyaa keessa gama diiniitiin jiran ilaaluun fala waaraa itti keennu qabxiileen jedhan keessatti argamu.

Sagantaan har’a jalqabame kun borus itti fufa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button