header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Komaand poostiin hooggantootaa hawaasaa hidhatti darbuu itti fufee jira

Godina Harargee Lixaa Magaalaa Cirootti imaama masjiida Salaam kan ta’an Sheek Ibraahim, amma dura ummata naannoo Somalee irraa buqqa’eef gargaarsa guuraa turan sababa jedhuun guyyaa har’aa waraana Agaaziitiin ukkaamfamanii gara Dirre Dhawaa kan geeffaman tahuu gabaasni arganne ni mul’isa.
Haaluma walfakkaatuun guyyaa hardhaa loltoonni agaazii Uummata Godina Harargee Lixaa magaalaa Mi’eessoo keessatti namoota hedduu hidhatti kan guuraan tahuun beekame . Namoota hidha,man keessaa itti gaafatamaan waajjira OPDO Muusaa Sa’id kan keessatti argama.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button