header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Komaand Poostiin biyya bulchaa jiru hidhaa Cimsee itti fufee jira.

Magaalaa Dirree Dhawwaatti guyyaa hardhaa naannawa sa’aa 8:00 namootni muudamuu Dr Abiy Ahmad daanditti bahuun gammachuu ibsaataa turan, Koomand postiin kan hidhaman tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa. Namoonni hidhaman kunniin Ijjoolee waggaa 10 hanga 17 jiran yoo tahan, Konkolaataa pikaapii lamaan fe’anii kan deemaniin tahuun beekameera.

Odeeyfannoo Walfakkaatuun magaalaa Jimmaa keessattis namoota dukkaana dhabuun, horii qaluun gammachuu ibsaataa turan Koomand postiin dunkaana jalaa diiguun kan bittinneesse tahuu odeeyfannoon ni mul’isa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button