header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujiitiif gara Jigjigaa imale

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujii kan jalqabaatiif Sabtii har’aa gara Naannoo Soomalee magaalaa Jigjigaatti imale.

Jilli Muummicha Ministeeraatiin durfamuun garasitti imale kun itti aanaa Muummicha Ministeeraa Obbo Dammaqaa Mokonnin fi itti gaafatamaa waajjira ADWUI Obbo Shifarraa Shugguxee dabalatee qondaalonni Mootummaa hedduun keessatti kan argaman ta’uun beekkameera.

Jilli Muummicha Ministeeraatiin durfamu kun hooggantoota naannichaa fi hawaasa Naannoo Soomalee waliin mari’ataa jira.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button