OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Obbo Taayyee Danda’aa, Obbo Siyyuum Tashooma fi Komaandar Iyyaasuu Hangaasuu hidhaarraa hiikaman.
![](https://nuuralhudaa.com/wp-content/uploads/2018/03/Siyyuum-Tashooma.jpg)
Dubbi himaa Biiroo Haqaa Oromiyaa Obbo Taayyee Danda’aa, Barsiisaa Yunivarsiitii Amboo Obboo Siyyum Tashoomaa fi Ajajaan Poolisii Kora bittinneessaa Oromiyaa Komaandar Iyyaasuu Hangaasuu hidha irraa gad lakkifaman.