Paarlaamaan Muudama Kaabinee Muummichi ministeeraa dhiheesse raggaasise

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad Kaabinee haaraya ijaare ganama har’aa paarlaamaaf dhiheessuun raggaasise. Dr Abiy muudama miniseerota haaraya 10 fi ministeerota 6 ammoo iddoo duraan turan irraa jijjiiruun dhiheesse.
Ministeeronni har’a muudaman:
1. Obbo Shifarraa Shugguxee: Ministeera Qonnnaa fi Qabeenya Beeyladaa
2. Obbo Siraaj Fageessaaá¡ Ministeera Geejjibaa
3. Dr. Hiruut Waldamaariyamá¡ Ministeera Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa
4. Ambaasadar Tashoomaa Togaaá¡ Ministeera Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa
5. Obbo Umar Huseen: Sadarkaa Ministeeraatti hogganaa Ol’aanaa Abbaa Taayitaa Galiiwwanii fi Gumuruuki
6. Aadde Ubaa Muhammad Huseená¡Ministera Tekinoolojii Qunnamtii fi Odeeyfannoo
7. Obbo Mootummaa Maqaasaaá¡ Ministeera Ittisa Biyyaa
8. Obbo Ahmad Shidee: Ministeera Waajjira Dhimmoota Komunikeeshinii Federaalaa
9. Obbo Jaanxiraar Abbayá¡ Ministeera Manneenii fi Misooma Magaalaa
10. Obbo Birhaanuu Tsaggaayeeá¡ Abbaa Alangaa Walii Galaa
11. Aadde Ye’alem Tsaggaayeeá¡ Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii
12. Obbo Malaakuu Allebalá¡Ministera Daldalaa
13. Dr. Amiir Amaaná¡ Ministeera Eegumsa Fayyaa
14. Aadde Fooziyaa Amiin: Ministeera Aadaa fi Turiizimii
15.Obbo Mallas Alamu: Ministeera Albuudaa fi Inarjii
16.Obbo Ambaachawu Makonnin: Ministeera Inustrii tahuun muudamanii jiru
Aadde Mufariyaat Khaamil Afayaa’ii Paarlaamaa tahuun muudamte.