header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Barattoonni Yunivarsitii Amboo Hiriira Mormii Gaggeessan

Barattoonni Yunivarsiitii Amboo hiriyyoonni isaanii Komaand poostiin qabamanii mana hidhaatti darbaman akka lakkifamaniif mormii dhageessisaa jiru. Kanuma hordofuun ganama har’aa poolisiin Federaalaa gara dallaya Yuniversiitii seenuun dhukaasaa kan jiran tahuun beekame.

Godinoota Oromiyaa heddu keessatti humnoonni Komaand poostii Labsii Yeroo muddamaa dawoo godhachuun hawaasa hidhaa fi ajjeessaa kan jiran tahuu gabaasuun keenna ni yaadatama. Gama biraatiin ammoo Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad gara naannoo Kibbaa Imaluun magaala Hawaasaatti argama.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button