header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannoo

Kooriyaan Kaabaafi Kibbaa Waliigalan

Hooggantoonni Kooriyaa lamaanii waldhabdeen biyyoota lamaan jidduu waggoota 65 ol ture xumuramuu labsuun waliigaltee mallatteessan. Waliigaltee “labsii Panmunjon” jedhanii moggaasan kana eega mallatteessaniin booda hoggantoonni biyyoota lamaanii ibsa kennanii jiru. Prezdantiin Kooriyaa Kaabaa Kim Jong-Un ibsa kenneen”waliigaltee kana irra gahuuf yeroo dheeraa nurraa fudhate; Ummatni Kooriyaa Kaabaa fi Kibbaa ummata tokko, ummata dhiiga tokkooti, addaan baasuun hin danda’amu” jedhe.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button