OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Hiriirri Mormii Godina Gujii keessatti guyyaa lammataaf itti fufee jira

 

Godina Gujii aanaa Horsiisee Bulaa Gooroo Doolaatti, hiriirri dhiimma Haaromsa albuda Laga Daambii ilaalchisee guyyaa kaleessa jalqabe guyyaa hardhaatis kan geggeeffamu jiru yoo tahu guyyaa hardha daandii konkolaataa gutummaa guutuutti cufamuu odeeyfannoon argame ni addeessa.

This slideshow requires JavaScript.

Comment

Related Articles

Back to top button