Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujii guyyaa lamaatiif hardha waaree booda Keniyaa magaalaa Naayroobii kan seene yoo tahu, ministeerri haajaa ala Keniyaa Ms Moonikaa Jumaa fi Keeniyatti Ambaasadarri Itoophiyaa Diinaa Muftii simatanii jiru.
Related Posts
Guyyaa borii irraa jalqabee qondaaltota biyyattii waliin kan mari’atu tahuu gabaasni waajjira muummicha ministeeraa irraa bahe ni mul’isa.