header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
NHTV

Dhaamsa Obbolummaa Munshid Anas Muhammad irraa

Munshid Anas Muhammad baatii Ramadaanaa irratti xiyyeeffachuudhaan, dhaamsa Jabduu hawaasa Muslimaatiif dhaamee jira. Rabbiin warra irraa fayyadamu nu haa godhu! Munshida keenyas Rabbiin Sadarkaa isaa ol nuu haa fuudhu. Galatoomi jennan. Viidiyoo daawwadhaa waliifis dabarsaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button