header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Magaalaa Mattuutti hiriirri mormii gaggeeffame

Godina Iluu Abbaa boor magaalaa Mattuutti guyyaa har’aa barattoonni Koolleejjii  barsiisota Mattuu fi ummanni magaalaa gutuu  hiriira mormii bahuun, ajjeechaa waraanni Makkalaakayaa ummata Oromoo irratti raawwate balaaleffachuun gadda isaanii ibsatan.

Ummanni hiriira bahe kun namoonni ajjeechaa kana raawwatan hatattamaan seeratti akka dhiyaatan gaafataniiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button