OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Dr Yinnaagar Dasee hoogganaa Baankii Biyyooleessaa tahuun muudame

Dr Yinnaagar Dasee hoogganaa Komishiinii Karoora Biyyoolessaa kan ture yoo tahu, Isniina Kaleessaa Obbo Taklawold Axnaafuu kan yeroo dheeraaf Baankii Biyyoolessaa Bulchaa turebakka bu’uun hoogganaa Baankii Biyyoolessaa tahuun muudame.

Obbo Taklawold Axnanaafuu ammoo waajjira Muummicha ministeeraatti gorsaa Ol’anaa dhimmoota Faayinaansii tahuun muudame.

Teklewold Axnafu

Comment

Related Articles

Back to top button