header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Waraanni Makkalaakayaa Magaalaa Jimmaa Keessatti ummata irratti dhuukaasuun gabaafame.

Guyyaa hardhaa ummanni magaalaa Jimmaa fi naannawa isii namoota hidhaa irraa lakkifaman Siimatuuf iddoo adda addaa irra  waliitti dhufuun Istaadiyoomii magaalaa Jimmaa Keessatti sirna simannaa geggeessaa oole. Eega sagantaan simannaa kun xumuramee booda waraanni Makkalaakayaa Kampii Miraab Izz  keessa ture kaampii gad bahuun dargaggoota gara Aggaarootti deebi’aa turan irratti  dhukaasa baneen, namoonni 11 tahan kan mada’aan tahuu odeeyfannoon naannawa irraa arganne ni mul’isa.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button