header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Ummanni magaalaa Dirree Dhawaa deeggarsa muummicha ministeeratiif qabu ibsachuuf hiriira nagahaa geggeesse

 

Ummanni Magaalaa Dirree Dhawaa jijjiirama hooggansa muummicha ministeeraatiin dhufaa jiru deeggaruun, ganama har’aa Istaadiyoomii magaalattii keessatti hiriira nagahaa geggeesse. Namoonni Bombii qabatanii gara magaalattii seenaa turan keellaa irratti too’annoo jala kan oolan tahuu gabaasni arganne ni ibsa.Haata’u malee hiiriirri geggeefame rakkoo tokko malee nagahaan kan xumurame tahuun beekamee jira.

 

Gama biraatiin ammoo guyyaa kaleessaa hiriira magaalaa Finfinnee irratti namoota haleellaa boombiitiin miidhamanii hospitaala seenan jiddu, namni lammataa halkan edaa kan du’e tahuu ministeerri Fayyaa Dr Amiir Amaan beeksise.

 

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button