Liyyuu poolisiin naannoo Benshaangul Gumuuz haleellaa dhalattoota Oromoo magaalaa Toggoo keessa jiraatan irratti raawwateen, lubbuun namaa akka dabre isinii gabaasuun keenya ni yaadatama.
Related Posts
Kanuma hordofuun lammiileen Oromoo magaalaa Toggoo keessa jiraatanii fi lakkoofsaan 1529 tahan, qe’ee isaanii irraa buqqifamuun yeroo ammaa gara godina Wallaggaa Lixaa magaalaa Beegiitti kan baqatan tahuu odeeyfannoon naannawa irra nu gahe ni mul’isa.