Itoophiyaan Boba’aa hin dhimbiibamin oomishuu jalqabde

Kubbaaniyaan Poly G C L jedhamu nannoo Ogaadeen keessatti  yeroo dheeraaf boba’aa barbaadaa kan ture yoo tahu, barbaachi sun milkaayuudhaan guyyaa hardhaa yaaliidhaaf Boba’aa hin dhimbiibamin baasuu jalqabe.

Muummichi ministeeraa guyyaa kaleessaa hooggantoota Kubbaaniyyaa Poly G C L waliin eega mari’atee booda ibsa kenneen, “Itoophiyaan yeroo jalqabaatiif yaalii boba’aa oomishuu guyyaa boruu ni jalqabdi”  jechuun beeksise. Boba’aan hin dhimbiibamin kun Warshaalee Simintoo biyyattii keessa jiraniif kan raabsamu tahuun beekameera.

 

 

Recent Posts

Faawundeeshiniin Dubartoota Rufeeydaa barattoota 110 eebbisiise.

Rufaida Women's Foundation Guyyaa har’aa Waxabajjii 19-10-2014 (June 26, 2022) barattoota Sagantaa (Diploama in Islamic…

1 week ago

Seenaa Gabaabaa Perezdaantii Majlisa Oromiyaa

Sheikh Jamaal Muusaa Jiloo jedhaman. Sheikh Jamaal bara 1955 A.L.I Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaatti…

2 weeks ago

Iddoon Dorgommiin Qur’aanaa itti geggeeffamu Istaadiyeemii Finfinnee irraa jijjirame

Dorgommiin Qur’aanaa Idil addunyaa yeroo jalqabaatiif jimaata irraa jalqabee Itiyoophiyatti geggeeffamaa jiru, sagantaan cuffinsaa guyyaa…

4 weeks ago

Saatalaayitii

Biyyi teenya Itiyoophiyaan waggaa sadi dura, saatalaayitii takka gargaarsa mootummaa Chaaynaatiin gara hawaa erguun isii…

4 weeks ago

Biyyoota Buna Dhuguun keessatti yakka ture

Yeroo ammaa kanatti buna dhuguun baramaadha. Dhugaatii haalaan jaalatamus taheera. Namni hundi buna dhuguu baatus…

4 weeks ago

Waraana addunyaa lammaffaa

Lola Raashiyaa fi Yukreen jiddutti geggeeffamaa jiru dabalatee walitti gaarrifannaan  Iraanii fi Ameerikaa jiddutti yeroo…

4 weeks ago