header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

“‹”‹ Jilli Adda Bilisummaa Oromoo Tokkoome Finfinnee seene

Addi Bilisummaa Oromoo Tokkoome Birgaadeer  Jeneraal Hayiluu Gonfaatiin kan hoogganamu yoo tahu, waamicha Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad dhaabbilee mormitootaa biyya alaa jiraniif godhe fudhachuun har’a  magaalaa Finfinnee seenee jira. Jilli  Obbo Abbaa Nagayaa Jaarraa fi Jeneraal Hayiluu Gonfaatiin durfamu  kun mootummaa Itoophiyaa waliin marii jalqabuudhaaf, akkasumas biyya keessatti galmaa’ee socho’uudhaaf gara biyyaatti deebi’uu isaa beeksise.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button