header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Jiraattonni Magaalaa Ahmad Imaam lammiilee daangaa aanaa Cinaaqsan irraa buqqifamaniif deeggarsa godhan

Weerarri Liyyuu Poolisiin naannoo Soomalee godina Harargee bahaa aanaa Cinaaqsan keessatti geggeessu akkuma itti fufetti jira. Sababa kanaan lammileen daangaa aanichaa keessa jiraatan qe’ee fi qabeenya isaanii irra buqqifamuun magaalaa Cinaqsaanitti kan qubsiifaman yoo tahu, Jiraattonni aanaa Jaarsoo magaalaa Ahmaad Imaam guyyaa hardhaa deeggarsa birrii 150,000 kan godhaniif tahuu odeeyfannoon naannawa irraa nu gahe ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button