OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Baankiin daldala Ityoophiyaa Damee Yaabballoo Ibiddaan gubate.

Baankiin Daldala Itoophiyaa (ንግድ ባንክ) Godina Booranaa magaalaa Yaaballootti argamu halkan kana naannoo  Sa’aa 5:30 (11:30 PM)  ibiddi kan itti qabate tahuun gabaafame. Ka’uumsi ibidda kanaa hanga ammatti hin  beekamne, ummanni magaalattii ibidda dhaamsuuf tattaaffii cimaa godhaa kan ture tahuunis beekameera.

Comment

Related Articles

Back to top button