header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Gaaddisni Ulamaa’ii Oromoo ijjannoo Ulamaa’onni gurguddoon Biyya keessaa baasan kan deeggaru tahuu ibse.

Gaaddisni Ulamaa’ii Oromoo marii guyyaa kaleessaa geggeessaniin, murtii Ulamaa’onni biyya keenyaa gurguddoon dhimma Majliisa seeraan alaa fi imala Haajjii bara kanaa ilaalchisee dabarsan kan deeggaran tahuu ibsaniiru.
1. Sheikh Alii Jimmaa
2. Dr. Abdallaah Khadiir
3. Dr. Muhammad Taaj
4. Sheikh Jaabir Abdallaah ( Dr Liwaa’ul Islaam)
5. Sheikh Jamaal Baddeessaa (Abuu Rafi’i)
6. Sheikh Muhiddiin Shariif
7. Sheikh Ayyuub Umar
8. Sheikh Abdul’aziiz fi Miseensota Gaaddisa Ulamaa’ii Oromoo hunda.
 

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button