header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Weerarri Liyyuu Poolisii Naannoo Soomalee hammaatee Itti fufee jira.

Guyyaa hardhaa godina Harargee bahaa aanaa Cinaaksan araddoota  Turqeylo ,tiiroo guddoo, Hagaajiin akkasumas aanaa Tulluu Guleed araddoota Magaalaa Tulluu, Tiiroo Sanda’arree fi Sanda’arree keessatti lolli hamaan meeshaa waraanaa gurguddaan kan geggeeffame yoo tahu, araddaan lamaan Turqeeyloo ibiddaan barbadaa’uu odeeyfannoon argame ni addeessa

 

Aanaa Cinaaksaan arraddoota Waleensuu fi qobboo iddoo gaara calalaqaalee keessatti yeroo ammaa kana lolli hamaan kan geggeeffamaa jiru yoo tahu, Itti aanaan bulchinsaa fi nageenya araddaa Waleensuu kan tahe Muhammad Abraahim Ahmad rasaasaan mataa irra rukutamee kan wareegame tahuu maddeen gabaasaaniiru.

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button