Prezdaantiin Eertiraa Sabtii dhuftu Finfinnee daaw’ata On Jul 12, 2018 32 Prezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afaworqii Sabtii dhuftu Adoolessa 14/2018 Finfinnee kan seenu tahuu Ejensiin Odeeyfannoo Itoophiyaa gabaase. Akka gabaasa kanaatti mootummaan Itoophiyaa prezdaanticha simachuuf qophii bal’aa jalqabee jira. EertiraaItoophiyaa 32 Share