OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Prezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afaworqii Finfinnee seene

Jilli mootummaa Eertiraa Prezdaant Isaayyaas Afaworqiitiin hoogganamu yeroo ammaa Finfinnee kan seene yoo tahu, Muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmadii fi qondaaltota mootummaa Federaalaa fi Naannoleetiin simannaan ho’aan godhameefii jira.