header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Magaalaa Goondariitti Konfiransiin guddaan geggeeffame

Guyyaa har’aa naannoo Amaaraa magaalaa Goondaritti Konfiransiin mataduree Nagayaa fi Tokkummaa jedhuuun qophaa’e haala hoo’aa taheen geggeeffamee jira. Sagantaa kana irratti dubbi himaan koree fala barbaadduu hawaasa muslimaa Ustaaz Ahmaddiin Jabal akkasumas Ustaaz Yaasin Nuuruu fi Ustaaz Muhammad Abaataa kan argaman tahuun beekameera.

Hawaasni Muslimaa naannichaa lakkoofsaan heddu tahes sagantaa kana irratti argamuu odeeyfannoon ni addeessa.

gondor2

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button