header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Madrasaan Salafiyaa Magaalaa Roobeetti argamu Barattoota Hifzii Qur’aanaa 108 Eebbisiise

Madrasaan kun barattoota Hifzii Qur’aanaatiin barsiisaa ture guyyaa hardhaa kan Eebbisiise yoo tahu, sagantaa Eebbaa kana irratti keessummoonni fi hawaasni magaalaa Roobee kan argame tahuu odeeyfannoon  ni addeessa.

 

Keessummoota sagantaa kana irratti argamuun qooda fudhatan jidduu:

 

  1. Daa’ii Abdallaa Idriis

2.Ustaaz Xaalibu Ridallaah

  1. Sheikh Abdussalaam Daa’ii
  2. Sheikh Abdurrahmaan Daabaye
  3. Sheik Abdussalaam Xaahir
  4. Sheik Muhammadhuseen Daabaye
  5. Sheik Sa’id Daallee
  6. Sheik Abdurrahmaan imaama Masjidunnuur, Akkasumas ulamaa’ota, daa’ilee fi manguddoonni hedduun irratti argamaniiru

 

Odeeyfannoo walfakkaatun Naannoo Amaaraa godina Walloo Kibbaatti Wirtuun Hifzii Qur’aana Sunnaa barattoota 21 Hifzii Qur’aanaatiin Eebbisiisu odeeyfannoon ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button