OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Injinar Taakkalaa Uumaa Itti Aanaa Kantiibaa maagaalaa Finfinnee ta’uun muudame
Injinar Taakkalaa Uumaa Itti gaafatmaa Biiroo Geejjiba Oromiyaa kan ture yoo tahu, Manni Marii magaala Finfinnee walgahii ariifachiisaa guyyaa har’aa taa’een itti aanaa Kaantiibaa magaalatti godhuun muude. Injinar Taakkalaan miseensa mana marichaa waan hin ta’iniif hanga filannoon gaggeeffamutti Itti Aanaa kantiibaa ta’uun hojii kantiibaa kan hojjatu tahuun beekameera.
Kantiiban magaala Finfinnee Obbo Dirribaa Kumaa Ambaasaaddara ta’uun muudamuun isaa ni yaadatama.