Kafaltiin imala Hajjii bara kanaa sababa Sharafni doolaaraa dabale jedhuun birrii 98,000 tahuu hoggantooni majliisa seeraan ala labsuun ni yaadatama. Kafaltiin kun humna keenyaa oli jechuun ummanni balaaleffataa kan ture yoo tahu, amma qarshii 5000 kan gad buufame tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.
Related Posts
Ammas maallaqni gad buufame gahaa miti komiin jedhu ka’aa jira.