header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Injinar Simanyawu Baqqalaa Konkolaataa keessatti du’ee argame

Hojii Geggeessaan Hidha Guddicha Laga Abbaay Injinar Simanyawu Baqqalaa ganama har’a Adoleessa 26/2018  Finfinnee naannawa Addabaabaayii Masqalaatti konkolaataa Isaa keessatti du’ee argamuu Gaazexaan Reporter gabaase. Sababni du’a isaa kan hin beekamin yoo tahu, reefffi gara hospitaalaa geeffamee kan qoratamaa jiru tahuu gabaasni araganne ni ibsa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button