header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooUSA

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad fi Prezdaant Lammaa Magarsaa kora Badr International irratti argaman

Kora Badri 18ffaa irratti Muummicha Ministeeraa Dr Abiy Ahmad dabalatee qondaaltonni mootummaa argaman. Korri Badri International guyyaa kaleessaa kan jalqabe. Kora kana irratti walitti qabaan Koree Furmaata barbaadduu Hawaasa Muslimaa Ustaaz Abubakar Ahmad dabalaatee hayyoonni biyya irraa afferaamanii kan argaman yoo tahu, guyyaa hardhaa immoo jilli mootummaa Itoophiyaa kan Muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmadiin hoogganamus sagantaa guyyaa hardha irratti argamuun beekameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button