header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Hidhattoonni 40 eenyummaan Isaanii hin beekamin buufata Xiyyaaraa Maqaleetti qabaman

Xiyyaarri Antoonoov kan hidhattoota eenyummaan isaanii hin beekamin fe’ate ganama har’aa Maqalee qubate. Asxaan uffataa fi Mallayyoo hidhattoota buufata Xiyyaara Aluulaa Abbaa Naggatti qabaman irra jiru, “humna addaa farra shororkeessummaa poolisii Federaala Itoophiyaa”kan jedhu tahuun beekameera.

Hidhattoonni kunniin eenyummaa fi ergamni isaanii kan hin beekamin yoo tahu, Matrayyasii dabalatee meeshaalee waraanaa heddu kan hidhatan akka ta’ee fi Suudaan irraa gara Itoophiyaa eega seenaniin booda dogongoraan buufata Xiyyaara Maqalee qubachuu isaanii kan dubbatan tahuu gabaasni DW irraa arganne ni mul’isa. Hidhattoonni kunniin yeroo ammaa humna addaa poolisii Tigraayiin marfamanii qoratamaa jiran.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button