header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Mootummaan Itiyoophiyaa fi ABO’n  Waliigaltee Nageenyaa Mallatteessan

Jilli Mootummaa Itoophiyaa Prezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa fi Ministeera haajaa alaa Dr Warqineh Gabayyoo tiin hoogganamu guyyaa kaleessaa gara Eertiraa imaluun, hooggantoota dhaaba  Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Obbo Daawud Ibsaa tiin durfamu waliin kan mari’atan tahuun beekameera.

 

Hooggantoonni gama lamaanii xumura marii isaanii ilaalchisuun ibsa guyyaa har’aa baasan irratti waliigaltee nageenyaa mallatteessuu beeksisan.  Dhaabbatichi carraa amma argame kanatti fayyadamuun, biyyatti galee karaa nagayaatiin qabsa’uuf kan walii gale tahuu dubbi himaan ABO Obbo Toleeraa Adabaa DWtti hime. Dabalataanis  Waliigaltee kana hojii irra olchuuf koree tokko hundeessuuf  kan waliigalan tahuu gabaasni arganne ni ibsa.

 

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button