header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Manni murtii Ol’aanaa Godina Arsii Lixaa miseensota Poolisii Federaalaa 3 irratti hidhaa umrii guutuu murteesse.

Manni Murtii Ol’aanaa Godina Arsii Lixaa dhaddacha guyyaa har’aa ooleen, miseensota Poolisii Federalaa 3 irratti hidhaa umrii guutuu kan murteesse ta’uu gabaasni arganne ni mul’isa.
Miseensonni poolisii sadan, Onkololeessa 2/2010 A.L.I Magaalaa Shaashamannee keessatti, ummata harka qullaa hiriira bahe irratti dhukaasudhaan, lubbuu namoota hedduu ajjeessuun himatamanii turan.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button