OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Walgahiin Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa irratti hirmaatan boru jalqabama

Koreen miseensa 9 qabu kan dhimma hawaasa muslimaa irratti qorannoo akka geggeessuuf muummicha ministeeraatiin hundeeffame, Ulamaa’ota waliin mari’aatuuf  waltajjii marii kan qopheesse tahuun beekameera. Mariin kun sabtii boruu magaalaa Finfinnee Hoteela Kontineentaalitti kan jalqabamu tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

 

Ulamaa’onni biyya keenyaa gurguddoon Naannolee hunda irraa  kora kana irratti hirmaatuuf  magaalaa Finfinnee kan seenaa jiran tahuun beekameera. Walgahii kana irratti yoo diqqaate namoonni 300 ol ni hirmaatan jedhamee eegama.

 

 

Comment

Related Articles

Back to top button