OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Walgahiin Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa irratti hirmaatan Finfinnee keessatti jalqabameera.

Korri tokkummaa fi Tumsa Ulamaa’ota Itoophiyaa guyyaa har’aa Magaalaa Finfinnee Hoteela Kaappitaal keessatti jalqabame kun, koree Hawaasa muslimaa Jijjiirama dhaabbataa fiduuf muummicha ministeeraatiin hundaayeen kan qophaaye tahuun beekameera.

Ulamaa’onni biyya keenyaa 300 tahan guutuu biyyattii irraa dhufuun kora kana irratti hirmaataa jiran.

koree ulamaa'otaa

 

Comment

Related Articles

Back to top button