header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Haleellaa Waraanni Liyyuu Poolisii Naannoo Somaalee godina Gujiitti raawwateen lnamni ajjeefamuun gabaafame.

Waraanni Liyyuu Poolisii naannoo Somaalee godina Gujii aanaa Horsiisee bulaa Liiban ganda Simintoo iddoo hara dhungoo jedhamutti, dhalattoota Oromoo irratti haleellaa raawwateen lubbuun namootaa akka dabreefi  namoonni hedduunis madaa’uu gabaasni waajjira  dhimmoota Komunikeeshiinii godinichaa irraa argame ni mul’isa.

Akka gabaasa kanaatti, lakkoofsi namoota ajjeefamanii fi midhamaniitis kan hin beekamiin yoo ta’u, namoonni mada’aan wal’aansi kan godhamaafi jiru tahuun beekameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button