header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Iiraaq Kirkira lafaa cimaan dhahamte

Iraaq, Magaalaa Suleymaaniyaa irraa gama Kibba Bahaatti Kirkira lafaa maagnitudii 7.2tti galmaayeen kan dhahamte tahuun beekame.  Kirkirri lafaa cimaan kutaa Kurdistaan daangaa Iiraan  keessatti uumame kun gandoota saddeet kan barbadeesse tahuunis gabaafameera.

Suuralee fi vidiyooleen magaalaa Suleeyimaaniyaa keessatti yeroo gamooleen hollatan muldhisan, miidiyaalee hawaassummaa adda addaa irratti maxxanfamaa jiru. Kirkira lafaa kanaan hanga ammaatti miidhaan namaa fi qabeenya irra gaye hin beekkamne.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button