header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannoo

Dhalattoonni Oromoo Sa’udii jiraatan lammiilee naannoo Somaalee irraa buqqifamaniif deeggarsa godhan

Lammiileen Oromoo Sa’udii magaalaa Tabuuk keessa jiraatan, ayyaana Iidal Ad’haa bara 1439 sababefatuun sagantaa deeggarsaa mata duree Lammiin lammiif jedhu kan qopheessan yoo tahu, lammiilee Oromoo qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqifamanii iddoo adda addaatti rakkataa jiraniif deeggarsa riyaala Sa’udii 23,640(birrii 202,052) kan godhan tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button