header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad bakka buutota ummata naannoo Somaalee waliin mari’ate

Dr Abiy bakka buutota hawaasaa, hooggansa naannichaa haaraya filatamee fi abbootii amantaa  waliin haala yeroo naannoo Somaalee fi Ityoophiyaa irratti mari’atan. Muummichi ministeeraa obsa ummata naannicha dinqisiifachuun, “waldandeettii fi mariidhaan waliin hojjataa Ol’aantummaa seeraa kabachiisuun murteessaadha”jedhe.

 

Hirmaattonni waltajjichaa taarkaanfiin barbaachisu fudhatamee olaantummaan seeraa akka kabajamu kan gaafatan tahuu FBC’n gabaase. Prezdaantiin naannichaa haaraya filatame Obbo Musxafaa Muhammad Umar fi Ministerri Dhimmoota Kominikeeshiinii Mootummaa Federaalaa Obbo Ahmad Shidee marii kana irratti hirmaatanii jiru.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button