logo

😔 Websaayitiin Nuuralhudaa cufamee jira 😔

Weebsaayitiin Nuuralhudaa sababaa hanqina diinagdeetiif cufamee jira. Waggaa tokko guutuu miidiyaa Nuuralhudaa itti fufsiisuuf tumsa gaafachaa turre. garuu tumsi gahaan miidiyaa kana itti fufsiisuu dandahu hawaasarraa hin argamne. kanaaf miidiyaa kana guututti cufuuf dirqamne.

Weebsaayitiin humna guddaa barbaaada. Mallaqa Hoostiingiif waggaa waggaan kafalamu, Kafaltii maqaa weebsaayitii (domain name), Kafaltii nageenya websaayitii (Security payments), Kafaltii hojjattoota barruulee weebsaayitii qopheessaniif kafalamuufi baasiiwwan weebsaayitiif barbaachisan heddutu jira.

Tumsi hawaasaa gahaan argamu malee weebsaayitii tokko yeroo dheeraaf itti fufsiisuun haalaan ulfaata. kanaaf waan humnaa olii nutti taanaan waan hunda cufutti jirra. wanti jalqabarra cufame tamsaasa saatalaayitii ture. itti aansuun ammoo weebsaayititu cufame. turtii muraasa booda appilikeeshina Nuuralhudaa playstore irraa buusuuf deemna. itti aansuun sagantaa reediyoo kan torbanitti guyyaa lama tamsa'utu dhaabbata. dhumarratti miidiyaalee hawaasummaa YouTube fi Facebook cufnee dhimma miidiyaa kanaa guutumatti goolabna.

Garuu yoo tumsi hawaasaa gahaan argame waa hunda bakkatti deebisuuf yaalii goona. hirmaannaan haawaasaa gahaan argamnaan, Tamsaasa saatalaayitii bakkatti deebisuu, websaayitii irra deebinee banuufi, hojii miidiyichaa hunda humna haarayaan itti fufsiisuun ni danda'ama. namoonni tumsa gootanii Website Nuuralhudaa bakkatti deebisuu feetan waan dandeessaniin hirmaadhaa. Nuuralhudaa gargaaruuf Buy me a coffee irratti miseensa tahaa.

Namoonni biyyoota Arabaafi Oromiyaa irraa Nuuralhudaa gargaaruu feetan

Baankii Daldala Ityoophiyaa

Lakkofsa herrega Baankii: 1000649659908

Maqaa: Edris Abduro and Mohammedawol

 

Baankii Hijraa

Lakkofsa herrega baankii 1007128830001

Maqaan Edris Abduro and Muhammedawol

 

Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa

Lakkofsa herrega Baankii: 1052300216548

Maqaan Muhammadawol and Edris Abdurroo

 

Lakkofsa Whatsapp: +251954520058