header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Ulamaa’onni gurguddoon Biyya Keeniyaa Keessa jiraataa turan gara biyyaa deebi’uuf qophitti jiru.

In shaa ALLAAH hayyama Rabbii guddaatiin Guyyaa jimaataa keeniyaa irraa ka’anii, Salaata Jum’aa booda Finfinnee ni gahu jedhamee eegama. Ulamaa’onni gara biyyaa deebi’uuf qophitti jiran:

Sheikh Alii jimmaa
Sheikh Muhammad Waadoo
Dr. Seeyfaddiin Huseen
Sheikh Ahmad Xaahaa Hasan
Sheikh Ahmad Najjaash
Sheikh Tamaam Qaasim (Abu Mus’aab)

 

Sheikh Alii Jimmaa waggaa 26 biyya ormaa keessa jiraatan, Sheikh Muhammad Waadoo Waggaa 18, Dr Seeyfaddiin waggaa 32, Sheikh Ahmad Xaahaa Hasan waggaa 40 ol, Sheikh Ahmad Najjaash 26, Sheikh Tamaam Qaasim Waggaa 18 biyya ormaa keessa kan turan yoo tahu, in shaa ALLAAH guyyaa Jimaataa August 31, 2018 gara biyyaa ni deebi’u. Biyya Keessattis Ulamaa’onni gurguddoon isaan simachuuf kan qophaayaa jiran tahuun beekameera.

 

4 Comments

  1. Hayyotaan tenaa rabbiin karaa ngh isin haa galchuu anaa aliii kessaniti in shaa Allah. yoo galataan nuu dagatina malee ustaazota tenaa kabajamoo.

  2. السلام عليكم ورحمة الله تعالى وبركاته. Akkam jirtu fayyaadhaa yaa maatiiwwan RNH

  3. السلام عليكم ورحمة الله تعالى وبركاته

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button