header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

ABO fi KFO’n gamtaa uumuuf Marii jalqaban

Addi Bilisumaa Oromoo (ABO) fi Kongiresii Federaalistii Oromoo (KFO) gamtaadhaan waliin hojjatuuf kan marii jalqaban tahuu ibsan.

Miseensa qondaaltota jila ABO dhiheenya gara biyyaatti gale jidduu tokko kan tahe Obbo Ibsaa Nagawoo,

Jilli ABO obbo Daawud Ibsaatiin durfamu dhiyotti Eertiraa irraa gara biyyaatti akka deebi’uu fi jila kana simatuuf qophiin godhamaa jiraatu ibse. Obbo Ibsaan Paartiin isaanii KFO waliin gamtaa uumuudhaaf kan marii irra jiru tahuu dubbate.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button