header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Dargaggoonni Godinaalee Harargee lamaaniin magaalaa Harar keessatti marii geggeessaa jiran

Mariin kun guyyaa har’aa magaalaa Harar galma Calanqootti kan geggeefamaa jiru yoo tahu, Abbootii amantaa, abbootii Gadaa, abbootii qabeenyaa, hayyootaa fi hawaasa godinaalee Harargee lamaanii kan hirmaachise tahuus odeeyfannoon ni addeessa.
Kaayyoon marii kanaa rakkoo weerara daangaa, bulchiinsa gaarii fi dhimmoota biroo heddu irratti mari’achuudhaan kallattii furmaataa kaa’uu akka tahe beekameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button