OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Magaalaa Goondaritti Barattoonni Qaroo dhabeeyyiin Qur’aana barataa turan eebbifaman
![](https://nuuralhudaa.com/wp-content/uploads/2018/09/Ebba-Barattoota-Gondar-3-3924104517-1535910847964.jpg)
Barattoonni kun Qur’aana Bireelii irratti kan barataa turan yoo tahu, akka biyya keenyaatti yeroo jalqabaafi tahuus beekameera. Sagantaa eebba kana irratti keessummoonni hedduun argamuun qooda fudhatanii jiru. Keessummoota kanneen jidduu Ustaaz Saadiq Ahmad fi Ustaaz Haydar Khadiir kan argaman tahuu beekameera.