header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Jilli Da’awaa Sheikh Muhammad Raabiin durfamu gara godina Booranaa imale

Jilli Da’awaa  kun Daa’iiwwan magaalota Roobee fi Shaashamannee irraa walitti dhufan kan hammate yoo tahu, ganama har’a  Godina Baalee irraa ka’uun godina Booranaa  magaalaa Bulee Horaa gahee jira.

In shaa Allaah fedhii Rabbiitiin, Jilli kun sagantaalee Da’awaa magaalota adda addaa keessatti qophaa’an irratti ni argama.

 

Daa’iiwwan jila kana keessatti argaman jidduu:

Ustaaz Abdurrahamaan Huseen (Xaalibuu Ridallaah)

Ustaaz  Muhammad Raabii Hasan

Ustaaz Ibsaa  Sheik Hasan

Ustaaz Abdulwahhaab Jeylaan

Ustaaz Musxafaa Ahmad,  keessatti argamu.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button